Announcements - New Vision College
Latest News & Updates
Waamicha Qormaataa.
Waamicha Qormaataa.
Priority: 5Waamicha Qormaataa.
.
Dorgomtoota maqaan isaanii maxxanfame hundaaf,
Dilbata, Guyyaa 06/07/2018 A.L.I, Sa’aatii 8:00 irratti Kolleejjii Niwuu Viizyiinitti argamtanii qormaata barreeffamaa akka qoratamtan, akkasumas qormaata afaanii (interview) akka taasiftan Kolleejjiin Niwuu Viizyiin isin beeksisa.
1. Dhibbarraa Mitikkuu Yadataa
2. Aseefa Tsaggaayee Migaazuu
3. Abrahaam Dajanee Gobanaa
4. Gaddisaa Gobanaa Waaqwayyaa
5. Yooseef Endaaluu Weenii
6. Maseerat Bantii Raagoo
7. Mardaasaa Moosisaa Jaraa
8. Addisuu Fikaduu Ayanaa
Nagaa Wajjiin,
.
Kolleejjii Niwuu Viizyiini
.
Odeeffannoo Dabalataaf;
.
📞 Bilbila:
+251 952 000 333
+251 113 803 888
+251 113 803 999
+251 913 327 602
+251 952 000 444
.
🌐 Marsariitii (Website):
www.nvc.edu.et
.
📧 Imeelii:
info@nvc.edu.et
.
📘 Fuula Facebook:
https://www.facebook.com/profile.php?id=100090870406248
.
📲 Chaanaalii Telegram:
https://t.me/NVCMainChannel215EC
.
📍Teessoo:
Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa (Alemgana), fuuldura Mana barumsaa Niwuu Viiizyiin.
Education Towards Freedom!