BEEKSISA
Priority: 4
June 30, 2018 to July 15, 2018 Public

Beeksisa
.
Leenjistoota, Leenjifamtoota fi Hojjetoota MGO/COC Barbaadan Hundaaf.
.
Kolleejjiin Niwuu Viizyiini Madaallii gahumsa Ogummaa immaamata haaraa fi Duraan Kennuuf qophii xumuree galmee irra jira. Kanaafuu Leenjistoota, Leenjifamtoota fi Hojjetoota Mootummaa fi Dhunfaa keenyatti Ogummaalee fi Gulantaa armaan gadittii ibsaman irratti madaallamuu barbaaddan galmaa’u dandeessu.
List of Occupation (Mummee/Department)
No Occupation ( Department) Level I-IV Exam Center/Bakka Madaallii
1. Accounting & Finance II-IV (2-4) Kolleejjii Niwuu Viizyiini
2. Marketing & Sales Management II-IV (2-4)
3. Hardware & Networking Service I-IV (2-4)
4. Web Development & Database Administration I-IV(1-4)
5. Building Electrical Installation I-IV (1-4)
6. Cooperative Accounting & Auditing I-IV (1-4)
#Hubachisa.
@Guyyaa galmee: Guyyoota hunda jira.
@Iddoo galmee:Shaggar,Galaan Guddaa (Kinteri), Shaggar, Oromiyaa, Itoophiyaa)
@Bakk adda: Mana Barumsa Niwuu Viizyiin fuldura, Lakk.Biiroo 301
@Lakk. Bilbila : 0952000333/0913327602/+25113803888/999
NVC_Education towards freedom!

Chat with Admissions!